Daily Archives: August 23, 2024

DAABANAA: Prof Kuwee Kumsaa

Mariin Prof Kuwee Kumsaa waliin taasifame kun kan kutaa duraa ti. Kutaa kana keessatti waa’ee maqaa isaanii, waa’ee muuxannoo hojii isaanii fi mudannoo adeemsa kana keessatti isaan mudate gadfageenyaan kaafnee jirra. Itti dhiyaadhaa!

KUTAA 1FFAA