Daaniyaa: Galata Maatii fi Aadaa Keenyaa
“…Daaniyaan humna guddaa dha; humna guddaa kanaan eenyummaa keenya, jireenya keenyaa fi egeree keenya caala guddisuudhaan waan har’a arganne caala kan boru gochuu dandeenyu akka jirutti akka yaadnuu fi akka nama waa mo’achuu danda’utti akka hojjannu kan nu barsiisuu dha.
Kanaaf, waan maatiin keenya, abbootiin keenya nuuf godhaniif galata galchaa, naamusaa fi aadaa warri keenya nu dhaalchisan eegnee yoo jireenya keenya itti fufne, egereen keenyas, waanti nuti babaannus caala guddachuu danda’a…”
Posted on October 2, 2025, in Uncategorized. Bookmark the permalink. Leave a comment.




Leave a comment
Comments 0