Oromia Media Network Launch Day

  1. Addisuu Qadiidaa's avatar Addisuu Qadiidaa

    Nagaan kabajaa onneerraa madde isin haa qaqqabu. Warra oromia Media network. Kutannoo isin odeeffannoo dhugaa nu biraan ga’uuf qabdan yomiyyuu hindagatamu. Jabaadhaa nu jajjabeessaa. Jirbiin wal gargaartee arba hiitii.

Leave a comment