Category Archives: Information

WAL’AANSA MATAA

Mataan keenya fayyaa ta’uun karaa hedduu gaarii dha. Yeroo hedduu garuu, dhimmi mataa yoo dagatamu mul’ata. Hawaasa keenya keessattis, dhimmi kun akka gaariitti hubatamaa hin jiru..

Haata’uutii, waa’een fayyaa mataa waa hundaaf murteessaa dha. Namni mataan isaa fayyaa hin qabne, fayyaa guutuu hin qabaatu. Mataan keenya waan hojjannu mara qajeelcha. Kana waan ta’eef, yoo yeroo kamiyyuu mataa keenyaaf xiyyeeffannoo kennuun barbaachisaa dha.

Ribuu Magariisa: Mallattoo Hubannoo Fayyaa Mataa ti.

Addunyaa irratti dhimmi Fayyaa Mataa akkaan hubannoo argachaa jira. Keessayyuu, dhimmi Dhibee Mataa waan hedduun waan walqabatuuf yeroon wal’aansa argachuun barbaachisaa dha. Kun bakka hedduutti himamaa fi beeksifamaa jira. Addunyaa irratti mallattoon hubannoo dhibee mataa ittiin dhaadgessan “Ribuu Magariisa”.

Ribuun Magariisaa Maal?

Ribuun Magariisaa dhimma fayyaa mataa hawaasa ittiin bariisuuf uumame. Bara durriitti mallattoon “Magariisaa” kun biyyoota garii keessatti akka mallattoo maraatummaatti fudhatama ture. Bara ammaa garuu mallattoon kun waa’ee fayyaa mataa ibsuuf oolaa jira. Mallattoon kunis bakka halletti kan ibsaa jiru, barbaachisummaa xiyyeeffannoo waa’ee fayyaa mataa ti. Kanuma waliin, namoota dhibee fayyaa mataa tajaajiluu fi ofitti qabuun akka barbaachisu barsiisa. Nama mataan dhukkubu, ofirraa fageessuun yookaan hawaasa keessaa baasuun dhibee san darna itti hammeessa. Gochaan akkasii immoo safuu namummaa miti.

Hawaasa akka Oromoo rakkoolee hedduu walxaxaa keessa jiraniif dhimmi Fayyaa Mataa kun immoo daran jabaa dha. Ummanni keenya rakkoo gabrummaa, waraana, hidhaa, shorokaa, hiyyummaa fi gadaddoo keessatti argama. Rakkooleen kunneen fayyaa waliigalaa irratti dhiibbaa guddaa qabaatu; mataan keenyas akak fayyaa hina rganne godhu. Kanaaf, dhimma Fayyaa Mataa irratti beekumsa, hubannoo fi muuxannoo jiru waliif qooduun hedduu barbaachisaa ta’a. Dhimmi Fayyaa Mataa kan callisamee bira darbamuu miti. Yeroo kamiyyuu kan iddoon gudda akennnamuufii qabuu dha.

Mataa keenay fayyaa gochuuf, hojiin nu eeggatu hedduu dha. Kan duraa garuu, mataan keenya akka wal’aansa barbaadu hubannoo qabaachuu dha. Yeroo kamiyyuu waanti wal’aansa hina rganne, dhibamaa adeema. Dhibeen gaafa hube immoo fayyisuun rakkisaa dha. Kanaaf, waa hunda dura, Mataa keenya wal’aanuu aadeffachuun barbaachisaa dha.

Wal’aansa Mataa

Dura akak beeknutti nama cabe yookaan miidhame qofaa wal’aanu. Garuu, kan hin cabnes, kan hin dhibamnes wal’aanuun, akka dhibeef hin saaxilamne godha.

Mataa keenyas akka addaddaatti wal’aanuu dandeenya. Inni duraa mataan keenya akka wal’aansa barbaadu hubachuu dha.Qabxiileena rmaan gadii kun mala ittiin mataa keenya wal’aanuu dandeenyuu dha.

  1. Hirriba gaarii argachuu
  2. Nyaata gaarii nyaachuu
  3. Sochii qaamaa gochuu
  4. Waan nu gammachiisu hojjachuu fi gochuu
  5. Namoota nagaa fi gaarumama nuuf kennan waliin hariiroo qabaachuu
  6. Ogeessa fayyaa keenya bira deemnee waa’ee fayyaa mataa keenyaa ilaalamuu
  7. Waan nu yaaddeessu nama nu gargagarutti dhihaannee waliin maryachuun hedduu nu gargaara.

Mataa keenya wal’aanuun wana guyyaa tokko jalqabamee dhiifamuu miti; yeroo mara aadeffatamuu qaba. Yeroo dhibamne qofaa wal’aansa fayyaa deemuu hin qabnu; yeroo fayyaa qabnus, mataa keenya kunuunsuuf dhibaahuu hin qabnu. Waa’ee fayyaa mataa irratti hubannoo qabnu guddifachuun barbaachisaa dha; akkuma jiruu fi jireenya keenya biroof tattaffannu fayyaa mataa keenyaafis xiyyeeffannoo kennuun barbaachisaa dha.

Fayyaan Mataa Murteessaa dha!!

What are your thoughts on Mental Health in the Oromo community?

 

The Oromian Story: Preserving Voices, Empowering Communities, and Celebrating Culture

Through the voices of elders and the vitality of community, the Oromian Story program ensures that Oromo culture remains a living, breathing force for generations to come

FINFINNE, OROMIA — In the heart of every culture lies a story—a narrative passed down through generations, carried in the voices of elders, and woven into the fabric of daily life. For the Oromo people, this story is not merely a record of the past; it is a dynamic, living force that shapes identity, builds community, and points toward the future.

The Oromian Story program stands as a testament to this truth. By centering the voices of Oromo elders and engaging communities at the grassroots level, the program ensures that Oromo culture remains vibrant, resilient, and relevant in a rapidly changing world.

“The Oromian elders’ voices is a dynamic part of Oromian culture and identity.”

This recognition lies at the heart of the Oromian Story program. Elders are not simply repositories of ancient wisdom—they are active participants in the ongoing creation of culture. Their voices, their memories, and their insights are essential to understanding who the Oromo people are and who they are becoming.

The Power of Elders’ Voices

In Oromo society, elders occupy a position of profound respect and responsibility. They are the keepers of history, the guardians of tradition, and the guides for the younger generation. The Gadaa system, which has governed Oromo society for centuries, is built on a foundation of elder wisdom and intergenerational transmission.

The Oromian Story program recognizes that the preservation of culture depends on the active engagement of elders. When elders share their stories, they are not merely recounting the past—they are shaping the future. They are teaching younger generations about their identity, their values, and their responsibilities.

Maintaining Culture Through Community Involvement

“The Oromian story program presents the maintenance and continued development of Oromo culture at the community level.”

Culture is not something that can be preserved in museums or archives alone. It lives in the daily practices, rituals, and relationships of communities. The Oromian Story program understands this, focusing on community-level activities that keep culture alive and dynamic.

Through community gatherings, storytelling sessions, and cultural events, the program ensures that Oromo culture is not a relic of the past but a living presence in the present. It engages people of all ages in the ongoing work of cultural preservation and innovation.

Supporting New Forms of Cultural Expression

The program supports activities that support new forms of Oromo cultural expression.

Culture is not static—it evolves, adapts, and grows. The Oromian Story program recognizes this, supporting new forms of cultural expression that reflect the creativity and dynamism of the Oromo people.

This might include:

– Contemporary art and music that draws on traditional themes
– Digital storytelling that reaches new audiences
– Literary works that explore Oromo identity in new ways
– Cultural festivals that bring together diverse communities
– Intergenerational projects that bridge the gap between elders and youth

By supporting new forms of cultural expression, the program ensures that Oromo culture remains relevant and vibrant in the modern world.

Increasing Public Awareness of Oromo Culture

The program supports activities that increase public awareness of Oromo culture, including through the presentation and exchange of culture.

One of the greatest challenges facing Oromo culture is the lack of public awareness—both within Ethiopia and internationally. The Oromian Story program addresses this challenge by promoting the presentation and exchange of culture.

Through public events, cultural exchanges, and educational initiatives, the program helps to:

– Educate the broader public about Oromo culture and history
– Foster cross-cultural understanding and dialogue
– Challenge stereotypes and misconceptions
– Celebrate the richness and diversity of Oromo traditions
– Build bridges between Oromo communities and others

Sustainable Development of Community Organisations

The program supports the sustainable development of community organisations involved in cultural activities.

Cultural preservation cannot be achieved without strong, sustainable community organisations. The Oromian Story program invests in the capacity of these organisations, helping them to:

– Develop effective governance and management structures
– Build financial sustainability
– Train staff and volunteers
– Expand their reach and impact
– Collaborate with other organisations and institutions

The Broader Impact

“The program promotes activities that encourage culturally vibrant communities and contribute to the cultural wellbeing of Oromia.”

The impact of the Oromian Story program extends far beyond the preservation of culture. By strengthening cultural identity and community cohesion, the program contributes to:

Social Cohesion: When communities share a strong cultural identity, they are more resilient, more united, and better able to address common challenges.

Youth Engagement: By involving young people in cultural activities, the program helps to build their sense of identity and purpose.

Community Pride: Cultural activities foster a sense of pride and belonging, strengthening communities from within.

Economic Development: Cultural tourism, arts, and crafts can contribute to local economic development.

Peacebuilding: Cultural exchange and dialogue can help to build trust and understanding between communities.

A Vision for the Future

“The Oromian Story program presents the maintenance and continued development of Oromo culture at the community level.”

The vision of the Oromian Story program is a future in which Oromo culture is not merely preserved but is a vibrant, dynamic force in the lives of Oromo people. It is a future in which elders are honored and their wisdom is valued; in which young people are engaged and empowered; in which communities are united and resilient; and in which Oromo culture is celebrated and shared with the world.

Conclusion

The Oromian Story program is a vital initiative for the preservation and development of Oromo culture. By centering the voices of elders, engaging communities, supporting new forms of cultural expression, and investing in community organisations, the program ensures that Oromo culture remains a living, breathing force for generations to come.

“The Oromian elders’ voices is a dynamic part of Oromian culture and identity.”

As the Oromo people continue their journey of cultural revival and self-determination, programs like the Oromian Story will play an essential role in ensuring that the voices of elders are heard, the stories of the past are remembered, and the culture of the Oromo people continues to thrive.

In the voices of Oromo elders lies the story of a people—a story of resilience, resistance, and hope. Through the Oromian Story program, that story will continue to be told.