Odeeffannoon kanaa gadii kun waa’ee vaayirasii Koronaa irraa ti.

Mana turuu qabda. Mana turuun lubbuu oolcha.

Yoo si yaaddesse sararaa gargaarsa coronavirus 1800 675 398 (sa’aa 24) bilbili.

Afaan hiikaa yoo barbaadde, TIS National 131 450 irratti itti bilbili.

Duwwaa sadden (000) haala sardamaa qofaaf qabadhu.

Yoo rakkoon si mudate, yookaan dhimmi kana hubachuu dadhabde Case Manager kee qunnami.

Odeeffannoo dabalataaf, Sararawwan kanaa gadii tuqiitii ilaali.

(Oromo-hygiene and social distancing)

(Oromo-Self isolation)

Tatamsa’ina Koronaa akkamiin ittisuud andeessa?

https://www.dhhs.vic.gov.au/sites/default/files/documents/202003/Slowing%20the%20spread%20of%20coronavirus_Poster_A4_Oromo-30032020.pdf

Nagaan!