Health Education

Shamarran Kitaanuu: Sirnaa fi Gochaa Laaleessaa

Gochaan kun maqaa addaddaan beekama. Hawaasa Oromoo garii keessatti “dhaqna-qabaa” jedhama. Bakka kaanitti immoo ” “kitaanaa” jedhu. Gochaan qaama saala shamarranii  muruu kun maqaan addaddaatti beekamus, gachaan isaa walfakkii qaba.  Garuu, sadarkaa fi akkaataan gochaa kana itti raawwatan addaddummaa ni qaba. Kitaanaan kun rakkoo fayyaa fiduu bira darbee, lubbuu illee yerii itti galaafatu ni qaba. Haata’uutii, sababni kittaanummaan kun itti raawwatamu hubannaa fi ka’umsa irraa ka’u addaddaa ni qaba. Qorannoon armaan gadii kun hundee fi hubannoo dhaqna-qabaa biyyoota garaa garaa keessatti raawwatamaa turee fi jiru irratti kan qophaa’ee dha.

FGM: A Ritual of Agony- ENGLISH

Female genital mutilation (FGM) is the partial or complete removal of the external female genitals for cultural rather than medical reasons. Other names include female circumcision or ritual female surgery. It may involve the partial or total removal of the clitoris and labia minora. Health problems include infections, abscesses and blocked urinary flow. Death can also result from female genital mutilation. The operation to reopen the vagina is called de-infibulation. This is a documentary about female genital mutilation (FGM).

Leave a comment