Oromiyaa: Mootummaan Abiy Guyyuu Oromoota Shan Ajjeesa

(Oromiyaa, 6 Ebla 2020) Mootummaan Abiy Ahmad Guyyaatti yoo xiqqaate Oromoota shan ajjeesaa akka jiru beekame.

Daataa Qeerroo Bilisummaa Oromoon walitti qabame akka ibsutti, baatii lamaan darban kana keessa qofaa sabboontonni Oromoo 150 jala gahan mootummaa Abiyiin ajjeefamaniiru.

Tarreessa maqaa nu gahe irraa akak hubatamutti kanneen ajejechaan kun irratti xiyyeefafte, Qeerroo Oromoo fi sabboontota Oromoo quuqama sabaa qabanii dha.

Daataan Oromoota ajjeemanii kun seenaa qabsoo Oromoo keessatti gochaa hamaa raawwatame ta’ee galmeefafmeera.

Haga yoonaatti qaamni mootumama ajjeechaa sabboontota Oromoo irratti raawwatamee gaafatame fudhate tokko illee hin jiru.

Daataa Oromoota Ajjeefamanii kana PDF kanatti aanee jiru kana tuquun argachuu dandeessu: Daataa Ajjeechaa 2020

Advertisement

About advocacy4oromia

The aim of Advocacy for Oromia-A4O is to advocate for the people’s causes to bring about beneficial outcomes in which the people able to resolve to their issues and concerns to control over their lives. Advocacy for Oromia may provide information and advice in order to assist people to take action to resolve their own concerns. It is engaged in promoting and advancing causes of disadvantaged people to ensure that their voice is heard and responded to. The organisation also committed to assist the integration of people with refugee background in the Australian society through the provision of culturally-sensitive services.

Posted on April 6, 2020, in Information, News, Uncategorized and tagged , , . Bookmark the permalink. 1 Comment.

  1. Akekaafi kayyoo jallan kenyaa galmaan ga uuf dirqama nurra jiruu ni baana hangaa woregamaa lubbuuti

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: