Irreechaa 2022
The Melbourne Irreechaa organsiing Committee has announced that it will be celebrating this year’s Irreecha Birraa on October 2, 2022 at Wilson Botanic Park Berwick (668 Princes Highway, Berwick, Vic 3806).
The Committee also called on the Oromo community in Melbourne, Australia to celebrate the Oromo Thanksgiving event in a warm and beautiful manner.
Posted on September 19, 2022, in Uncategorized. Bookmark the permalink. 1 Comment.
jabaadha isin warri ala jirtan.nuun balaan adda addaa ummata keenya gagga’aa jira.jireenyi hammateera.Mootummaan kun lammii biyya kanaa kallattii adda addaatiin lafarraa dugugaa jira.
FKNf:- Beelaan,waranaan,qala’insaa jireenyaatiin kkf’tiin
Ani yeroon qaxarame mindaa birri 347 .yeroo sana dollarri tokko qarshii/birri 2.07.yeroo sana egaa mindaan kiyya kan birri 347 yoo tahu dolaariinmo 167.wayitii ammaa/bara kana wagga 34 booda monda kiyya birri 9056 yoo tahu doolariin 172. wantoonni jireenyaaf barbachisan hedduu dha. Isaan keessaa xaaffii yoo ilaalle,Yeroo sana xaafiin kuntaalli 1 birri 37 yootahu, yeroo amma garu xaafiin kuntaalli tokkoo birri 7,000.